Deuteronomy 2:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nyaapa worraati tahe worra ch'ufa hobaase
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi haga isaan maraa balleessutti isaaniin loluu hin dhiifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee quttumaa san keessaa ijjumaa haga isaan balleessutti harki Mootii Waan Maraa isaanitti ka'e.