Deuteronomy 2:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa Amori ta d'aloota Lututi d'iaatani. Yo achiini baatani worra haatani yokhaani ingaargalchina, wonti akanatiifi anini lafa worra kenna suni tokole isani inkennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
achiin maayessa ani ijoollee Looxiitiif lafa irra jiraatan waan isaanii kenneef ijoollee Amooniitiif ammo waan lafa hin kennineef ijoollee Amoonii bira yoo geette isaaniin hin lolin; isaan hin woraanin» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani duruu lafa san qabeenna isaanii godhee Amoonota sanyii Looxiitiif kenneera. Isin gara lafa Amoonotaa yennaa dhuttane, lafa sanyii Amoonii irraa tokkolle qabeenna akka godhattanu isiniif waan hin kennineef, isaan hin rakkisina'a yookiin woraanaaf isaan hin kakkaasina'a» jedhe.