Deuteronomy 2:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Lafa tanale Refoimu jed'ani, maqa worra duri achi keesa tau gula; worri Amori worrani Zamzuni jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
[Lafti sunillee akka biyya Raffaayimiititti laakkayame; dura Raffaayim waan achi jiraateef worri Amoonii garuu Zamzumoota jedhanii isaan waaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Refaa'otaa dur waan achi le'aneef, latti tun akka lafa Refaa'otaatitti laakkowante; worri Amoonotaa ammoo, «Zamzumoota» jedhanee isaan waaman.