Deuteronomy 2:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worrileeni akuma worra Anaki d'ed'eera. Worri heddu, ammalle d'aloota jajaba. Ammo AABBO Waaqi worra balleese, worri Amori lafa worra fud'ate keesa tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii gugurda'aa fi baay'ee ka hojjaan isaanii akka ijoollee Eenaaqii dhedheeratutu irra jiraata; Rabbi afoo isaaniitii isaan balleesse; isaan ari'anii lafa isaanii irra jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zamzumooti kolbaa jajjadduu bindillaa, akka worra Aanaaqotaa hojjaa dhedheerattu. Mootiin Waan Maraa ammoo worra Amoonotaa duraa isaan balleessee, Amoonoti isaan ari'anee addee isaaniititti qubatane.