Deuteronomy 2:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi worra Edomu, ka d'aloota Esaule, ka lafa gaareeni ta Edomu keesa taau, ya akasuma tolcheefi. Inni worra Hori balleese jennaani worri Edomu lafa worraa fud'ate, keesa tae, fulla worri arrale jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Hoorii afoo isaaniitii balleessee ijoollee Eesawu'uu ta biyya Seeyirii irra jiraattu saniif kennee ture; lafa isaanii irra haga adha jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa yennaa worra Hoorii isaan duraa balleesse, sanyii Esaawuu ta biyya koobittii Se'iir keessa leetuufille akkasuma godhe; isaan worra Hoorii ari'anee baasanee, haga adhaatitti lafa isaanii keessa le'iisatti jiran.