Deuteronomy 2:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi nu Moabu keesa dabarre, AABBO Waaqi waan nuuni jed'e Amma kaa, galaana Arnoni taaka. Anini Sioni, hayyu Amori, ka Heshboni jed'anifi lafa isale harka keesaniti kenna. Isaa had'a, lafa isaa fud'ad'a, iti qubad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ammallee deema'aatii laga Aarnoonii ceeya'aatii Seewoonii mootii worra Hasebooniitii fi mootii worra Amoorotaa lafa isaallee dabarsee sii kenneeraa lafa san dhaali isaaniin wol loli.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootiin Waan Maraa, «Amma ka'a'aatii laga Aarnoniitiin gamatti bu'a'a. Kunoo, ani nama biyya Aamorii mootii Heshiboonii Sihoon, biyya isaalle harka keessanitti dabarsee kenneera. Isa lola'aatii, lafa isaa fudhatiisaaf jalqaba'a.