Deuteronomy 2:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arraa achi anini nama ch'ufa isani sodaachisa. Nami ch'ufti yo maqa keesani ka d'ahani d'agaye, mudame holata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adha irraa jalqabee baniin biyya kamuu jiraatan maruu akka isin sodaatan godha; hennaa waan keessan dhagayan sodaatanii hollotan» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani guyyaa adhaa kanaan jalqabee gosi biyya adda addaa ta biyya lafaa gubbaa jirtu marti akka bararaxxee isin sodaattu hin godha. Isaan gurra keessan dhage'anee rommanee hin muddaman» jedhe.