Deuteronomy 2:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini ergattu lafa aloo ta Kedemothi keesa hayyu Heshboni ka Sioni jed'ani d'aamsa nagaya kanaani erge waan jed'e:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa gara Seewoonii mootii Haseboonii lafa gammoojjii Qideemootiititti ergaa nagaya akka isatti himaniif akkana jedhee ergamtoota erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani Muuseen goomolee Qedemootii keessaa mootii Heshiboonii Sihoonitti namoota ergee nageya itti dhaamee,