Deuteronomy 2:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa tante tana keesa, ka kara iraa ingore, qajeele dabarraa nu gad'iisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Ani biyya kee keessa uduu bita'aa fi mirga hin midhanne karama qabadhee lufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Biyya teeti keessa dabarree akka deennu nuu eeyyami; nuuti karaa irraa middatti yookiin bita'atti hin gorru.