Deuteronomy 2:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu sagale nyaanufi bisaani d'unnule sii baamna. Wonti nu feenu lafa tante ta keesa dabarru ch'alla,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Midhaan nyaadhuu fi bisaan dhugullee hori'iin natti gurguri ijoolleen Eesawuu ta Seeyiriin keessa jiraatan, worri Moo'aabii akkuma waan mishaa naa godhan gara lafa Rabbi Waandhi keenna nuu kennuu laga Yoordaanosii lukuma kiyyaan ceeyaa na hoffolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagalee nyaannuu fi bisaan unnu beese'een nutti gurgura'a. Miiluma calla'aan achi keessa akka dabarru,