Deuteronomy 2:29 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
haga nu galaana Yordani taakine lafa AABBO Waaqi nu kennuni baanuti. D'alooti Esau ka Edomu taufi worri Moabu ka Ari tauleeni ya lafa worraa keesa nu dabarse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkuma sanyiin Esaawuu worri Se'iir keessa le'uu fi Mo'aaboti Aar keessa le'anu nu'uuf godhane, laga Yordaanosii gamatti buunee, gara lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna nuu kennuu haga gallutti atille akkasuma nuu godhi» jedheen.