Deuteronomy 2:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyuuni Sioni jed'ani aka lafa isaa keesa dabarru nu gadi ind'iimne. Wonti akanatiifi AABBO Waaqi, keesani ya garaa isa jabeese, nama woi didu isa tolche, aka akasiini isa dabsanne lafa isaa fud'anne iti qubannu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seewoon mootiin Haseboonii garuu lufuu nu dhoogge Rabbi Waandhi keenna mootii Haseboonii Seewooniin waan onnee isaa morkataa godheef isa mooyannee lafa tana dhaalleerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan ammoo, mootii Heshiboonii Sihoon akka amma godhe kana harka keessanitti dabarsee kenniisaaf, mataa isaa jabeessee akka inni hin ajajane waan godheef, inni biyya isaa keessa nu dabarsuu didate.