Deuteronomy 2:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan naani jed'e, Ilaali, anini yayu hayyu Sioni jed'anifi lafa isale isani durati irre d'owe, lafa isaa fud'ad'a, iti qubad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi ‹Waandhi Seewoonii fi lafa isaa sii kennuu amma jalqabe› naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa anaan, «Kunoo, ani Sihoonii mootichaa fi biyya isaa dabarsee isinii kennuu jalqabeera; amma lafa isaa qabadha'aatii teessan godhadha'a» jedhe.