Deuteronomy 2:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi keenna isaa harka keenna keesa kaye, nu isaafi ilmaani isaatiifi nama isaa ch'ufa hobaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi keenna dabarsee isa nuu kenne isa, ijoollee isaatii fi banii isaa maraa balleessine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna isa harka keennatti dabarsee waan kenneef, nuuti isa, ilmaan isaatii fi loltoota isaa mara ijjeenne.