Deuteronomy 2:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojuma suni dira ch'ufa qamne balleesine, ammalle nama ch'ufa, d'iira, nad'eeni, ijoollele ch'ufa hobaamne, nama tokole inhambimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san qachoota isaanii maraa fudhannee namoota, dubartootaa fi daa'imman isaanii maraa hin balleessine womaa isaanii hin hambifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti yennaa san qachaa isaa duudii qabannee, namoota qachaa san keessa jiranu dhiira, dubarti'ii fi ijoollee tokkolle adoo hin hamburin isaan ijjumaa balleessine.