Deuteronomy 2:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nu lafa Amoriti yokhaani afaani galaana Yaboki yokhaani dira lafa gaareeni yokhaani lafa d'ibi ta AABBO Waaqi ind'aqina nuni jed'e tokole iti ind'iaanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu gara lafa Rabbi Waandhi kenna nu dhoogge maraa gara lafa ijoollee Amoonii ta galaana Yaabooqiin bira jirtuu gara qachoota biyya gaaraa womaa hin geenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee akkuma Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna nu ajajetti gara lafa Amoonotaa yookiin qarqara lafa laga Yaaboqii yookiin adaala qachoota lafa koobittii keessaa mara itti hin dhikaanne.