Deuteronomy 2:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gaafasi dubbi tana worrati himi naani jed'e: Isani amma ya lafa gaareeni Edomu ta fago ta fiit'aani teesani ilmaani Esau keesa teetuti godaanu geetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii akkana jedhii ajaji; obboleewwan teessan ta gaara Seeyirii irra jiran biyya ijoollee Eesawu'uutiin luftan; isaanillee isin sodaatanii uf eeggadhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati kolbaa tana ajajiitii, ‹Isin biyya obboleeyyan teessanii ta sanyiin Esaawuu keessa leetu, Se'iir keessa dabartan; isaan isin hin sodaatan; isin ammoo guddoo ifi eeggadha'a.