Deuteronomy 2:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri isani sodaata, ammo isani worrani woli had'u himmalle, wonti akanatiifi anini lafa worra fulla tokole isani inkennu. Anini lafa Edomu yayu d'aloota Esauti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gaara Seeyirii Eesawu'uu waan kenneef ani lafa isaanii keessaa haguma ijjata miilaallee waan isaanii hin kennineef isin isaaniin wol hin lolinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani biyya koobittii Se'iir qabeenna isaa godhee Esaawuuf kenneera. Biyya isaanii irraa ijjata tokkolle isiniif waan hin kenneef isin woraanaaf isaan hin kakkaasina'a.