Deuteronomy 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sagale nyaatanifi bisaani d'uddanile iraa bitad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan nyaattanii fi waan dhuddanillee horima keessaniin bitattan› naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagalee nyaattanuu fi bisaan untanuuf beesee isaaniif kaffala'a› jedhiin» jedhe.