Deuteronomy 2:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaabad'a aka AABBO Waaqi keesani waan isani tolchitani ch'ufa keesa isani eebise. Inni yayu godaana isani lafa aloo ballo tana keesa godaantanile isani qorqorate. Inni ya ganna afurtama kana isani woliini tae, isanileeni ya waan feetani ch'ufa argatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi Waandhi kee hujii kee maraa waan eebbiseeruuf lafa gammoojji'ii guddaa kana keessa akka deemte beekeera; woggaa afurtamaa kana keessatti Rabbi Waandhi kee si woliin ture; ati womaa hin dhabne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan hujii isin hujjanu maraan isin eebbiseera. Inni goomolee badhoo tana keessa yennaa ideentanu isin eegeera; woggoota afurtama tana Mootiin Waan Maraa Waaqi isin woliin waan jiruuf, isin waan tokkolle hin dhanne.