Deuteronomy 2:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nu oboleyaani teenna ilmaani Esau, ta lafa Seiru teetu, biraa godaanne kara Araba ka Elathifi Esion-Geberi bahu gula qajeele, duuba eege lafa aloo ta Moabuti gorre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaafuu obboleewwan teenna ijoollee Eesawu'uu ta biyya Seeyirii keessa taa'an woliin karaa Arabaatiin Eelaatii fi Etsiyoongaabiriin biraan deemnee gammoojjii biyya Moo'aabii keessa lufne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nuuti obboleeyyan teenna sanyiin Esaawuu ta biyya koobittii Se'iir keessa leetu keessa dabarree, karaa goomolee Arabaayii ta karaa qachaa Elaatii fi Eziyon-Geberii dhufu irraa gorree, karaa goomolee Mo'aabii ideenne.