Deuteronomy 20:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja isani nyaapa keesanini wolhad'u d'at'ani, gaari fardi hirkisufi fardoole askarti heddu ta teesani ira jirtu argitani, worra insodaatina. AABBO Waaqi keesani, ka lafa Misiri keesaa isani baase, isani woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa diina keessaniin lolu'uuf yaatan faradoo, konkolaataa fardaatii fi banii isin caalu yoo argite Rabbi Waandhi kee ka biyya Misiriitii si baase si woliin waan jiruuf isaan hin sodaatin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti ka biyya Gibxi'iitii ol si baase waan si woliin jiruuf, ati diina keeti loliisaaf yennaa baate, fardo'oo fi garreettaa fardo'oon harkifamu, loltoota loltoota teeti caaltu yennaa dhaggite, isaan hin sodaatin.