Deuteronomy 20:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nad'eeni, ijoolle, hori waan dira suni keesa jira ch'ufa boojia. Waan nyaapa keesani ira boojitani suni ch'ufa fud'ad'a, horad'a, AABBO Waaqi ya isanii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu dubartii, daa'imman, loon, waan qachaa san keessa jiru ka boojite maraa ufii fudhatta; boojuu diina keetii ka Rabbi Waandhi kee sii kennu nyaatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu dubartootaa fi ijoollee, hori'ii fi waan qachaa san keessaa maralle, waan qachaa san keessaa booji'amu maraayyuu ifiif fudhadhu. Waan diina keeti irraa booji'ame ka Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii kennelle nyaadhu.