Deuteronomy 20:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo dira lafa AABBO Waaqi isanii kenne, haatani qabdani waan maqa nama fakaata tokole inhambisina ch'ufa fit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Garuu qachoota banii kanniinii ka Rabbi Waandhi kee dabarsee sii kennu keessatti waan lubbuu qabu tokkollee uduu hin hambifne ajjeesi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, qachoota gosa biyya adda addaa tanaa ka lafa akka ati dhaaltuuf, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii kennu keessatti, waan lubbuu qabu tokkolle lubbu'uun hin hamburin.