Deuteronomy 20:18 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worra suni ch'ufa fit'a, aka worri waan hamtu, hojja worri waaqa ufi kad'atu tolfatu, isani barsiise ch'ubbu hamtu keesa isani imbumne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo akkas hin te'in, waan battii isaan hujanu waaqota ifii sagadiisaan godhanu akka isin hordottanu isin barsiisan; isinille Mootii Waan Maraa Waaqa keessan irratti cubbuu hujjan.