Deuteronomy 20:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nami zabibu oobrate mid'aani qara inyaatini isani keesa jira? Yo jiraate, ha worra ufiti deebiuti. Yo ka inni indeebiini isa lola keesati ijeesani nama d'ibiti mid'aani isaa suni nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni woyinii dhaabatee daraaraa isaa hin nyaanne yoo isin keessa jiraate inni duula keessatti akka hin duune daraaraa isaa sanillee namni biraa akka hin nyaanne inni gara mana ufii haa deebi'uu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami muka woyni'ii dhaabbatee, midhaan isi'ii irraa hin nyaatin jiraa? Inni lola keessatti du'ee nami dhibiin midhaan isi'ii akka hin nyaanne, gara mana ifii deebi'uu ti.