Deuteronomy 20:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri gugurdaani askarti ha dubbate waan jed'uuni, Nami daafanaani wosodaatu isani keesa jira? Yo jiraate ha worra ufiti deebiuti. Yo inni deebiu baate, inni worra d'ibile garaa laafisa sodaachisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worri bulchootaa ammallee deebi'anii bani'iin ‹Isin keessaa eennullee namni nawuu fi nunni yoo isin keessa jiraate inni sodaatee obboleewwan ufiillee akka hin sodaachifne inni deebi'ee gara mana ufii haa galuu› jedhanii bani'itti haa himanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti ammalle loltootaan, «Nami soda'aan guutamee coriseeru jiraa? Akkuma gadhaa ifii gadhaa worra dhibi'iille akka hin sheephisiinne, inni gara mana ifii deebi'uu ti» jedhane.