Deuteronomy 21:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo lafa AABBO Waaqi isanii kennu keesati reefa namaa ka diiduma keesa ch'iisu, ka nama isa ijeese imbeenne argitani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Lafa Rabbi Waandhi kee sii kennee dhaaltu irratti nama du'e yoo raasa'atti argite,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akka ati dhaaltuuf sii kennu keessatti, nami tokko diida keessatti ijjeefamee nami isa ijjeese yoo hin beekkamin,