Deuteronomy 21:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ilma angafa waan inni sila argatu ira ha maro lama kennuu, ato inni ilma niiti inni ira jaalatu taani tahu baatele. Nami ilma angafa angaftiti isaa jabeese d'aala isaa ch'ufa kennuufi male, waan inni qara d'alateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu horii ufii keessaa dachaa lamaa isaa kennee ilma intala inni jibbu irraa dhalate san hangafa akka ta'e haa beessisuu; waan ilmi sun ilma isaa ka duraa ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ilma niitii jibbuu saniif, karra ifii mara keessaa harka lama kenniisaan angafummaa isaa beessisuu ti. Ilmi sun jabeenna isaa ka qaraa waan te'eef, mirgi angafumma'aa ka isaa ti.