Deuteronomy 21:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jaaroleefi jaallabooti teesani ha d'ufte, fulla reefa iti argani sunifi haga dira d'aatu suni jira ch'ufa fageenna isaa ha biimituti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namni isa ajjeese sun yoo hin beekkamne; jaarsonni keessanii fi abboonni murti'ii teessan dhaqanii hulee reeffi itti kufee kaasanii haga naannaya qachaa maraatuu fageenna isaa haa bikkanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
jaarsoleen teessanii fi abbootiin mura'aa teessan bayanee, fageenna addee reeffaa irraa haga qachoota dhikoo sanii mikanuu ti.