Deuteronomy 21:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan jaarole dira sunitini jed'ani, ilma keenna kana mataani isaa jaba, nama ind'agayu, nule insaalfatu. Inni saabdi, ammalle aka hama farso d'uge machaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
jaarsota biyyaatiinillee, ‹Ilmi keenna kun morkata'aa fi dhiba'a; nuu hin ajajamu; nama horii balleesuu fi machaaya'a› haa jedhaniinii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan jaarsolee qachaa inni keessa le'u saniin, «Ilmi keenna kun ilma mataa jabaatu dida'a. Inni nu'uuf hin ajajamu. Inni gadhito'o; machowaalle'e» jedhanuu ti.