Deuteronomy 21:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni gosa Lawileeni ha achi d'at'uti; wonti akanatiifi nami dubbi hamtu, hojja nami harkaani wolgahu, qoru worra. AABBO Waaqi keesani worra fohate aka worri isaa hojatte, maqa isaatini namaa eebisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonni ijoollee Leewwi'ii dhufanii Rabbiin afo'otti akka tajaajilan maqaa isaatiin akka goorra'an Rabbi Waandhi waan isaan filateeruuf jecha isaan dubbataniin mormiin maruu, miidhaan maruu waan cituuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isaaf tajaajilanu, maqaa isaatiin akka eebbisanu, haajaa moroma'aatii fi yakka'aa akka isaan murteessanu, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sanyii Lewwi'ii hayyoota waan filateef, isaan gara duraa dhikaatanuu ti.