Deuteronomy 21:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, worra kanke ka Israeli ka atini lafa Misiri keesaa baafte, araarami. Nu araarami, d'iiga nama woma intahini, ka due kana, nura inkayini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yabo'oo banii Israa'elii irratti yakka dhiiga kanaa hin laakkayin› jedhanii dubbatan; banii Israa'eliitiillee hin dhiifama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, kolbaa teeti Israa'el ta biyya Gibxiitii wodattee baatteef araaram; dhiiga nama yakkaa hin qannee kana kolbaa teeti Israa'el irratti hin laakkowin» hin jedhan. Akka kanaan dhiiga dhangala'e kanaaf araarri hin te'a.