Deuteronomy 21:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani waan isani waan AABBO Waaqi isani iraa fed'u guutanifi, inni d'iiga nama suni isani ira inkayu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan waan Rabbi isin ajaje maraa yoo gootan yakkaa fi cubbuu nama du'eetiif hin gaafatamtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ila Mootii Waan Maraa duratti waan sirrii te'e kana yoo gootane, dhiiga nama yakkaa hin qannee ka dhangala'e kanaaf itti hin gaafatantanu.