Deuteronomy 22:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle d'araani himate maqa isii yake, Intalti tuni gaafa anini fuud'ele dubraaniti jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan hamaa yoo dubbate, ‹ani isii fuudhee haadha mana taasifadhe; hennaa isii bira gaye durbummaa hin qabdu› jedhee sobaan yoo maqaa isii balleesse
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dharaan maqaa isi'ii balleessee, «Ani intala tana fuudhe; yennaa isii bira geye bantii hin qaddu» jedhee yoo himate,