Deuteronomy 22:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba worri ha intala ch'icha abbaa durati gabaase, achiti d'iirti dira suni d'akhaani d'aante ijeeftuti. Isiini, ta ato infuud'iini, ka mana abba d'ale keesa jirtu, d'iiraani woliini rafte ya waan taka inargini gosa teenna ta Israeli keesati taate. Akanaani hameenna akasi duraa baatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isii gara qe'ee abba'aa haa fidanii; baniin qachattii isiin keessa jiraattuu sun dhaga'aan tumanii isii haa ajjeesanii; sababaanillee isiin mana abba'aa uduu jirtu heerumaan dura nama biraa woliin ciiftee banii keenna jiddu'utti waan shingaa hojjateef akka kanaan waan hamaa akkanaa balleessuu dandeettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isiin adoo mana abbaa ifii jirtuu, sagaagaltee hujii fokkisiittuu Israa'el keessatti waan hujjeef, gara balbala mana abbaa isi'ii geessanee, namooti qachaa isi'ii dhaka'aan isii tumanee ijjeesanuu ti. Akka kanaan waan hantuu odduu teetii balleessi.