Deuteronomy 22:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo ballinna lafati nami intala fuud'a nama d'ibi kennani arge qabe buufate, namicha buufate ch'alla ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu durba nama biraatiif qaadhimamte raasa'atti argee hunnaan qabee yoo bira gaye namni sun hojjuma isaatitti tumamee haa ajjeefamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko qacha'aan alatti, intala kadhatante takka dhaggee, hunnaan yoo isii woliin rafe, inni callaan ijjeefamuu ti.