Deuteronomy 22:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo intala woma intolchani, wonti akanatiifi isiini wollaala isii ijeesu intolchine. Dubbini tunini dubbi nama gosa ufi had'e ijeeseni wolfakaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mucattii san garuu hin tuqinaa'a; isiin cubbuu du'aaf isii geessu waan hin hojjanneef wonti kun akkuma namni dimmaa ka'ee goshoo ufii ajjeesuuti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni akkasii akka nami tokko nama dhibii lolee ijjeesee waan fakkaattuuf, isiin cubbuu du'aan isii geessittu waan hin hujiniif, waan tokkolle isii hin godhina'a.