Deuteronomy 22:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja isani mana hareesa jaarratani gubba isaa woini marsa. Duuba yo nami iraa d'aqate duele isani inhaalatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa mana haarawa ijaartu eennullee isa irraa kufee dhiinni mana kee irra akka hin taane naannaya ginnoo keetii irratti qabdoo itti tolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mana haareya tokko yennaa ijaartu, nami tokko heellichoo irraa bu'ee dhiiga isaatiif akka itti hin gaafatanne waan kiphu itti ijaari.