Deuteronomy 23:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kolaasaniifi ka nafa saala muratani ch'ufa ha gumi AABBO Waaqa keesaa kutaniiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni qaamni saala isaa ka hormaataa tumame yookaan murame gara gumii Rabbii akka hin seenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami nafa hilaa tumame yookiin nami yakkatame wolde'a Mootii Waan Maraa hin seenin.