Deuteronomy 23:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan AABBO Waaqi keesani fulla isani bultani suni isani woliini jiraate, isani qorqorate, nyaapa keesani harka keesaniti kenneefi. Fullaani isani bultani suni ha qulqullo taatuti. Waan hamtu ka infakaanne, ka AABBO Waaqa isaniti garagalcha tokole intolfatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi kee si fayyisu'uuf diintota kee dabarsee sii kennu'uuf qe'ee kee keessa waan lufuuf kana waan shingaa si irratti argee fuula ufii gara biraa akka hin deebifanne qe'een kee ka qulqullaaye haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti, si eegiisaa fi diinota keeti harka keetitti dabarsee kenniisaaf, addee quttuma loltoota teetii keessa waan deddeebi'uuf, waan battii odduu teetitti dhaggee si irraa akka hin deebine, addee quttumaa teeti woyyoonsi.