Deuteronomy 23:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'abanafi ilmaani inni d'alu, haga d'aloota kud'anneeso, ha gumi AABBO Waaqa keesaa kutaniiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni abbaa hin beekkamnee dhalate maruu haga dhaloota kudhanii gara gumii Rabbii seenee akka hin laakkayamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami baanaa dhalate, sanyiin isaalle, haga dhaloota kudhaniituu wolde'a Mootii Waan Maraa hin seenin.