Deuteronomy 23:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama gosa teesani intahini, yo iraa fud'attani womaaniti, ammo gosa teesani ta Israeli woma iraa infud'atina. Yo isani aada tana jabeesitani, AABBO Waaqi keesani, lafa isani fud'atani iti qubachu geetani keesati, waan isani tolchitani ch'ufa keesa isani eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama ormaatiif dhalaan liqeessi; garuu gara biyya Rabbi Waandhi kee si dhaalchisu'uuf itti si galchu sanitti hujii kee maraanuu akka si eebbisuuf obboleessa keetitti dhalaan hin liqeessin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ormaaf dhalaan liqeessuu hin dandeetta. Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti lafa ati dhaaltu keessatti, waan ati hujju maraan akka si eebbisuuf, obboleessa keetiif dhalaan hin liqeessin.