Deuteronomy 23:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja AABBO Waaqa keesaniti kakhattani, hurrisa waan iti kakhatani suni baasa; wonti akanatiifi AABBO Waaqi keesani waan suni isani ira fed'a, yo isani guutu baattani wollaala isanii taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa Rabbii Waaqa keetiif woreega qabatte woreega galte san waan si irraa barbaaduuf cubbuu waan sitti ta'uuf henna'aan kaffaliif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa Waaqa keetiif waadaa yoo galte, inni dhugumaan si irraa waan barbaaduuf, cubbuu akka sitti hin teene, kenniisaaf hin turin.