Deuteronomy 23:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja oobru zabibu, ta nama d'iibi, keesa yaatani, mid'aani haguma feetani nyaad'a, quufa, ammo tokoleeni ingalatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gara hulee dhaaba woyinii goshoo keetii yoo dhaxxe haga quuftutti woyinii san irraa nyaadhu; garuu woyinii san irraa womaa meesha kee keessa hin kaayin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oorruu woynii nama tokkoo keessa yennaa dabartu, haga feete nyaadhu malee, midhaan woyni'ii tokkolle subba keeti keessa hin keyatin.