Deuteronomy 23:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle hojja oobru biilaa ta nama d'ibii, keesa yaatani, mid'aani haga feetani harkaani t'ururad'a nyaad'a ammo tokole hamtuni inhaamiina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara hulee qonna goshoo keetii hennaa dhaxxe asheeta harka keetiin murii nyaadhu; gara midhaan goshoo keetii ka hin haamamnee garuu seentee hin haamin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fichaa nama tokkoo keessa yennaa dabartu, midhaan irraa saxii nyaadhu malee, haantu'uun hin haammatin.