Deuteronomy 23:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama gosa Amonitifi ka Moabu yokhaani ilmaani worra haga d'aloota kud'anneeso gumi AABBO Waaqa ha seenu d'owaniiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gosa Amoonii, gosa Moo'aabii yookaan ka fiixaa isaanii ta'e maruu haga dhaloota kudhanii gumii Rabbii keessa seenee akka hin makamne;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amoonoti yookiin Mo'aaboti, sanyii isaanii keessalle'ee nami tokkolle haga dhaloota kudhaniituu wolde'a Mootii Waan Maraa hin seenin.