Deuteronomy 23:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi gaafa isani lafa Misiri keesaa baatani, worri sagaleefi bisaani isani d'owate, Baalamu ilma Boeri, ka dira Pethori, lafa Mesopotamia keesa, sobani beese kennaniifi, aka inni isani abaaru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
sababaanillee isin hennaa biyya Misirii keessaa baatanii karaa deema'aa turtan isaan midhaanii fi bisaan hin kenninu jedhanii akka isin dhooggatan waan hin daganneef, namni qachaa Mesephexoomiyaa ta paator jedhamtee waamantu keessa jiraata'aa ture ilmi Bi'oorii Bala'aam haa isin abaaru'uuf hori'iin qaxaree ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille isaan yennaa isin biyya Gibxi'ii keessaa baatane, midhaanii fi bisaan karaa irratti isinii hin dhikeessine. Ilmi Be'orii Bala'aam akka isin abaaruuf qachaa Mesophotaamiya'aa Phetor keessaa isinitti bitame.