Deuteronomy 23:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi keesani Baalamu ch'aqasu dide, abaarsa isaa suni garagalche eeba isanii tolche, waan inni isani jaalateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Rabbi Waandhi keessan jecha Bala'aamii dhagayuu hin barbaanne; Rabbi Waandhi abaarsa san gara eebbaa jijjiire; sababaanillee waan isin jaalatuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti waan si jaalateef, Bala'aamiif hin dhageenne; inni abaarsa isaa san gara eebbaa isinii jijjiire.