Deuteronomy 23:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra gosa Edomu injibbina, worri fiit'a teesani. Worra Misirile injibbina duri isani lafa isaani teetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni gosa Eedoomii obboleessa kee waan ta'eef hin ceem'iniin; nama biyya Misiriillee biyya isaa keessatti galtee waan jiraatteef hin ceem'iniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Edoomii fira keeti waan te'aneef, isaan hin jibbin. Biyya Gibxi'ii keessatti alagaa teetee waan leeteef, worra Gibxi'ii hin jibbin.